Hawaasni Oromoo biyyaa Swiidin kitaaba HADHOOFTUU sirna owwadhaan eebbise

bookcover Schema

Kitaaba asoosamaa HADHOFTUU kan Caalaa Haa hiluu tiin bareeffame  magaalaa Stockholm/Sweden itti gaafa Guraandhala 28, 2015 sirna owwadhaan eebbisifame.  Sagantaa kana irratti haala guddina Afaan fi  Og-barruu oromoo ilaalchisee seeminarri beektota addaa addaatin kennamee jira. Akkasumas barreesitootni fi gaazexeessitootni  biyya Sweden kan akka Martin Schibbye akka kessuummaatti  qophii kana irratti argamanii  jiru.  Qophiin akkana kun guddina Afaan, Og-barruu fi Aadaa oromoo akkasumaas Oromummaan akka dagaagu gochuuf gummaacha guddaa kan qabu ture. Gurmuu Hawaasa Oromoo Sweden namoota qophii kana irratti argaman hundaa galata galcha.

picture6   picture9

20150228_163209 20150228_163223 20150228_163241 20150228_163251 20150228_163333 20150228_163414 20150228_163434 20150228_163440 20150228_163457 20150228_163518 20150228_184305 20150228_184310 20150228_184326 20150228_184335 picture1 picture2 picture3 picture4 picture5picture8picture7

Leave a comment