Oromos in Sweden celebrated Irreechaa (the annual Oromo thanksgiving ceremony) in Stockholm at lake Lötsjö.
.
.
.
Oromos in Sweden celebrated Irreechaa (the annual Oromo thanksgiving ceremony) in Stockholm at lake Lötsjö.
.
.
.
Ummata oromoo fii saba hunda kan biyaa Oromiyaa/Itiyoophiyaa keessatti mirgaa isaaniif falmachaa jiran kanaaf deggaarsa gochuuf hiriirri nagayaa (Demonstration), biyyaa Swidin (Sweden) magaalaa Stockholm keessatti qophaa’e jira. Kanaafuu gaafa 19-08-2016 sa’a 14:00 irraa eegalee eddoo Sergels torg (T-Centralen) argamuun akka hirmaatan kabajaan isiin gaafanna.
Nagaan Waaqayyoo isiniif haa ta’u.Attam jirtu ?
Nanamana inni isin amanattan Waaqayyoo iddoo jirtanitti karaa hundumaa nagaatti akka inni isin eegu.
Waldaan Afaan Oromoo magalaa Stockholm keessatti mana nama dhuunfaatti eegaluun isaa wagaa lama yoo lakka’e illee iddoo itti wal-geenyee Waaqayyoon waliin Waaqeffannu magaalaa Stockholm keessaa argachuun keenya reefuu ji’a sadii guuta. Amma kunoo ja’a sadaffaa keenyatti Waaqayyo nu gargaaree Waldaan Warra Wangeelaa Oromoo Stockholm Ebla 30 hanga Caamsaa 1,2016 tti Sagantaa dadammaaqiinsa hafuuraa isa jalqabaa geggeessuuf karoorsitee jirti. Sagantaa kana irratti H/w Gammachiis Karrassaa Waldaa Oromoo Frankfurt ,Jarmanii irraa faarfataa Ashannaafii Daggafaa Waldaa Oromoo Oslo, Norway irraa hafeerree jirra.Sagantaa kana irratti yeroon Waaqeffannaa , yeroo dubbii Waaqayyoo waliin barachuu akkasumas rakkoo dhuunfaa fi kan sabaa irratti yeroo itti waliin Waaqayyoon kadhannu ni qabaanna. Sagantaa kana irratti hirmaachuun keessaniin Waaqayyo biraa eebba guddaa akka inni isinii roobsu hubannee nuyi warra waldaa kana geggeessaa jirruu fi saba Oromoo biyyaa Sweedenii keessa jiraatuuf immoo hiika guddaa akka inni qabu dabalee isin yaadachiisun fedha.
Kanaafuu, sagantaa keessan mijeeffattanii iddoo Waaqayyoo karaa tokko ykn karaa lama isinitti dubbatu kana irratti akka argamtaniif jaalala Gooftaan bakka geggeessitoota waldaa kanaa bu’ee hunduma keessan nan hafeera.
Eebbifamaa,
Luba Dureessaa Maabashaa
Luba Waldaa Warra Wangeelaa Oromoo Stockholm
#OromoProtest deeggaruudhan gaafa 11-03-2016 magaala Stockolm keessatti hiriira guddaa gaggeefame. Hiriira kana irratti hawaasnii oromoo Sweden keessa jiran baaynaan irratti hirmaatani deeggarsa ummatta oromoo Oromiyaa keessatti falmachaa jiran maddi kan dhaabbatan ta’u agarsiisan.
Hiriira kana irratti Mootummaan Sweden gargaarsa mootummaa Itiyoophiyaa tiif gochaa jiruu akka dhaabu gaafatamee jira. Humna waraana TPLF Oromiyaa keessa akka bayu fii ummaanni Oromoo biyyaa isaa irratti akka ofiif of bulchuu cimsamee gaafatama oleera.
Vi, Oromoo och andra vill uppmärksamma Er på Tigrean People’s Liberation Fronts (TPLF) brutala massaker av Oromoo befolkning, den största befolknings gruppen i Ethiopien och för att få ert stöd för ett stopp på detta. Söka Ert stöd att säga stopp till TPLFs brutala massaker av Oromoo befolkningen i Etiopien.
TPLF, minoritet regimen, bestående av Tigray befolkning har förföljt, fördrivit, arresterat, lemlästat och mördat åtskilliga invånare tillhörande Oromo och andra etniska grupper i Etiopien sen den kom till makten med militära medel 1991.
TPLFs omfattande land grabbing från Oromoo bönder har lett till fredliga protest demonstrationer av utan motstycke i hela Oromia sedan november. TPLF’s svar blev en urskillningslöst mördande av barn/unga, gamla/äldre, kvinnor, bönder, med mera. Mer än 500 av Oromoos fredliga demonstranter har blivit mördade sedan november. Tusentals är svårt skadade, handikappade, lemlästa, med mera. Tio tusen tals är arresterade och torteras nu medan detta papper skrivs. Till råga på detta har TPLF regimen tillsatt militart styre i hela Oromia och stängt av all massmedial kommunikation och fortsätter med sina mordorgier. Den civil administrationen i Oromia regionen är suspenderad. Olika organisationer och Tigrean People’s Liberation Front stater har kritiserat TPLF’s handlingar.
Flera internationella och regionala männskorättsorganisationer som Amnesty international (AI), Human Rights Watch (HRW), Human Rights League of the Horn Africa (HRLHA), Oromoo Support Group (OSG), EHRC, etc. har publicerat flera dokument som bevittnat dessa illdåd.
https://www.amnesty.org/en/documents/afr25/006/2014/en/
https://www.hrw.org/world-report/2016/country-chapters/ethiopia
Vi vädjar till Svenska regeringen, Politiska partier, nationella och internationella organisationer samt alla som har möjlighet att påverka den aktuella katastrof situationen att göra sitt yttersta innan det är för sent.
Vi vill mycket gärna skicka en speciell begäran till representanter av regeringen, politiska partier, människorättsorganisationer, olika massmedia personligheter och företag, med mera för att delta i vår protest demonstration 11 mars 2016 från klockan 11:30 – 14:00.
Contact: Gurmuuoromoo.swidin@gmail.com;
Dhuma jia’a Sadaasaa irraa eegalee Oromiyaa keessatti hiriira nagayaa ummanni oromoo adeemsisa jiru deeggaruudhan gaafa Amajji 22-01-2016 magaala Stockolm keessatti hiriira guddaa gaggeefame. Hiriira kana irratti hawaasnii oromoo Sweden keessa jiran baaynaan irratti hirmaatani deeggarsa ummatta oromoo Oromiyaa keessatti mirgaa oromoo kabachiisuf gochaa jiran waan danda’an hundaan kan deeggaran ta’u hubachiisani jiran. Hiriira kan irratti hawaasni ummata Itoophiyaa Sweden jiran fi dhaaboleen siyaasaa adda adda haala adda ta’een baaynaan hirmaachudhaan deegarsaa isaani muldhisanii jiru. Hiriiri kana irratti miseensi Parlamaa Sweden, obbo Anders Österberg argamuudhan haasawa gochudhaan ummaan oromoo tis ta’e ummanni Itoophiyaa hundi gaffii mirgaa gaafachuun isaani sirrii ta’u isaa ragaa bahudhaan deegarsa kan godhan ta’u dubbatanii jiru.
Hiriira kana booda hawaasni oromoo Sweden mara walitti dhufan kun haalaa yeroo ammaa ummanni oromoo itti jiru irratti marii guddaa gaggeessudhan hawaasa oromoo Sweden jiraan sirritti wal ijaarudhaan ummaata Oromiyaa keessattii wareegama guddaa kafalaa jiru karaa danda’ame maraan deeggaruuf waadaa waliif galanii jiru.
Qophiilee
Guyyaa: Amajjii (January) 22, 2016
Iddoo: Stockholm
Yeroo hiriiraa: 12:00 – 15:00 (Sergel torget)
Yeroo marii: 16:30 – 22:00 ( Kista Torg 7, 16442 Kista)
Contact: Gurmuuoromoo.swidin@gmail.com; 0703854068
We members of the Oromoo community in Sweden, Gurmuu Oromoo, would like to bring to the attention of international community the suffering of Oromo people who are continuously being deprived of their internationally recognized human rights by the tyranny regime in Ethiopia.
Violating its own constitution, the TPLF regime is trying to maneuver and implement “Finfinnee Master Plan” despite of the overwhelming rejection by the Oromo people. The forced eviction of Oromos from their ancestral land such as Finfinnee started by the Emperor Menelik II is now underway at a high rate by TPLF, the current successor of Abbysinian oppressive regimes. More and more Oromo villages, towns and farmland surrounding Finfinnee are being taken away by TPLF government and sold to new comers leading to complete destruction of the livelihood of the evicted Oromos.
The TPLF regime is working day and night to fundamentally change the demography in these targeted Oromo areas and facilitate its evil plan of destroying Oromo villages, cultures, and livelihood. What happens to those evicted Oromos is no concern for the TPLF regime. Moreover, this tranny regime has set preconditions to change the original Oromo names of these villages and towns and erase any trace of Oromo connection to these areas. This is what has been practiced by previous Abbysinian regimes.
The TPLF regime is trying to misguide the international community as if the government has achieved high economic development while most of the people suffer from extreme poverty and hunger. In reality, the main sources of this claimed development is obtained by selling out the confiscated Oromo land surrounding Finfinnee and other places at extremely high prices while Oromo farmers are suffering of poverty and exposed to hunger. Oromo people all over the world, especially Oromo school children in Ethiopia, are protesting peacefully against such harassment. However, the regime is killing and torturing these protesters and terrorizing the Oromo people all over Oromia. The current protest since end of November 2015 is the continuation of protest against ‘Finfinnee Master Plan’ started in April 2014, when more than 79 Oromos, mostly youths, were killed and several hundred Oromos were arrested and mistreated. The persecution continues unabated and getting more and more sophisticated, brutal and widespread as we write this paper.
We express our deep concern and anger regarding this unacceptable suffering of Oromo people in general and killing of peaceful school children. The Regime must refrain from this barbaric act, immediately cancel the implementation of unaccepted ‘Finfinnee Master Plan’ and stop evicting Oromo farmers from their land.
We appeal to the international community, international organizations, non-governmental organizations and governments to deliver appropriate leverage on the Ethiopian/TPLF regime to heed to the democratic and humanitarian request of the Oromo people as well as other oppressed people in Ethiopia and refrain from the heinous scheme of reducing the Oromo population to minority in order to have easy control over Oromo resources and force Oromo youths to migrate or remain in poverty.
We demand all-round liberation to the Oromo people and all oppressed people in Ethiopia!
Gurmuu-Oromo Community in Sweden (December 4, 2015)
Kitaaba asoosamaa HADHOFTUU kan Caalaa Haa hiluu tiin bareeffame magaalaa Stockholm/Sweden itti gaafa Guraandhala 28, 2015 sirna owwadhaan eebbisifame. Sagantaa kana irratti haala guddina Afaan fi Og-barruu oromoo ilaalchisee seeminarri beektota addaa addaatin kennamee jira. Akkasumas barreesitootni fi gaazexeessitootni biyya Sweden kan akka Martin Schibbye akka kessuummaatti qophii kana irratti argamanii jiru. Qophiin akkana kun guddina Afaan, Og-barruu fi Aadaa oromoo akkasumaas Oromummaan akka dagaagu gochuuf gummaacha guddaa kan qabu ture. Gurmuu Hawaasa Oromoo Sweden namoota qophii kana irratti argaman hundaa galata galcha.